Tajaajila Fakkeenya Sirnaalee

Tajaajila. • Barsiisaan/tuun dorgommiif dhiyaatu/ttu Dippiloomaan erga eebbifamee/tee booda manneen barnoota mootummaa sad. 1ffaa ykn sad.lammaffaa keessatii barsiisaa kan jiranii tajaajila waggaa 2 fi isaa ol qabaachuu qaba.• Haata’u malee kootaa qoodame BBO irraa kenname kan hinguunne yoo ta’e akkaataa walcaalmaa tajaajilaa qabaniin kan filataman ta’a