Baasii misoomsuu hiika

Baasii misoomsuu jechuun baasii qabeenya gatiin isaa hir’atu osoo hin dabalatiin nama yookiin kontiraaktara eeyyamni kennameef baasii kappitalaa hojii misoomaa hojjachuuf baahu yoo ta’u, kanneen armaan gadii ni dabalata:Hojiiwwan armaan gadii raawwachuuf baasii yeroo kamiyyuu bahu: