Daballii Imaammata Moodeela Kiraa Manaa Dhorkaa Sijaaraa Aarsuu Sample Contracts

Daballii Imaammata Moodeela Kiraa Manaa Dhorkaa Sijaaraa Aarsuu
Daballii Imaammata Moodeela Kiraa Manaa Dhorkaa Sijaaraa Aarsuu • October 4th, 2012

Daballiin imaammata moodeela kiraa manaa sijaaraa aarsuun dhorkaadhaa afaan naamunaa (filamaa) imaammata dhorkaa sijaaraa aarsuu hojii irra oolchuuf fayyadu fudhatama argamsiisa. Imaammatni kun gamoowwan abbaa aangoo manneen mootummaaf, qabeenya Sanadaa (Voucher) Manneen Sanada Filannaaf Qabeenya pirojaktii ir‐ ratti hundaawanii kutaa 8, Kondomiiniyamii fi manneen dhunfaa bu’aaf hin ijaaraminii fi kiraan isaanii gad aanaa ta’e hojii irra oolchuuf fay‐ yada. Fuulli afaan kanatti maxxanfamee jiru kun haalawwan tokkoon tokkoon keessatti akkamitti akka fayyadu ibsa. Afaan imaammatni moodeelli ittiin barreeeffame kan dirqamaa miti; garuu imaammatoota ibsa sijaaraa aarsuun dhorkaadhaa hojiirra oolchuuf dirqama taasisuun bu’a qabeessa ta’ee argameera. (Ulaagaawwan HUD/Manneenii fi Misooma Magaalaa beeksisaa fi sa’atii hojiirra oolfama jijjiirraa kiraa manaaf Waliin Madaallii Manneen Tarsiimoo Mana Aara‐maleessaa, Kan Dhunfaa Haala qabatamaa Magaalaa irratti Hundaa’e fi Mana Faayidaa Garagaraa