KUTAA FISKAALAA FI HOJIIForm A • November 27th, 2023
Contract Type FiledNovember 27th, 2023Abbaan Taayitaa Fayyaa Oregon (OHA) waliigaltee daldalaa eegumsa fayyaa, kan akka walitti makamuu fi bittaa, yeroo miseensota Karoora Fayyaa Oregon (OHP) tuqan ilaaluuf aangoo qaba. OHA'n daldalawwan namootaafis ta'e hawaasa Oregoniif miidhaa akka hin geessisne mirkaneessuuf itti gaafatamummaa qaba. Amajjii 12, 2023, OHA'n beeksiisa guutuu hin taane SCAN Group fi CareOregon irraa “Form A.” jedhamu argate. Form A’n karoora dhaabbileen kunneen walitti makuuf qaban ibsa.