SEERA ITTIIN BULMAATAA BULCHIINSA MINEESOOTAA, KUTAA 144A.751Healthcare Agreements • June 12th, 2014
Contract Type FiledJune 12th, 2014
SirnaPolicy on Patient Financial Assistance and Coverage for Health Services • October 18th, 2021
Contract Type FiledOctober 18th, 2021Imaamanni kuni adeemsa dhukkubsataa kaffalchiisuu Tajaajiloota Fayyaa Fairview (Fairview Health Services) fi HealthEast (walitti qabaadhan, “Fairview” jedhamanii) tarkaanfilee funaansaa kan tarii yommuu kunuunsa fayyaa Fairview dhan kennameefiif kaffaluu dhaban fudhataman, kan akka tarkaanfii funaansaa addaa ibsa. Qajeelfamoonni bu'uuraa imaammata kana duuba jiran dhukkubsattootaa fi wabii kennitoota itti gaafatamummaa qaban (kan kana booda "dhukkubsataa(toota)" jedhaman) ulfinaa fi kabajaan walqixaaan kunuunsuf, adeemsonni kaffaltii fi funaansaa sirriin haala walfakkaatun hordofamuu mirkaneessuf, akkasumas dhukkubichi Imaammata Deeggarsa Maallaqaa Fairview (kan kana booda "FAP" jedhamuun beekamu) jalatti gahumsa qabaachuu fi dhabuu isaa murteessuf tattaaffiiwwan sirriin godhamuu isaanii mirkaneessufidha.
Kaffaltiilee Yaalaa Hin Eegamnee Ilaalchisee Mirgaa fi Eegumsa KeessanHealthcare Agreements • October 26th, 2022
Contract Type FiledOctober 26th, 2022Yeroo tajaajila fayyaa hatattamaa argattan ykn dhiheessaa tajaajilaa wabii fayyaa keessan alaa ta’e irraa hospitaala wabii fayyaa keessan keessatti ykn tajaajila baqaqsanii hodhuu bakkaa bakkatti socho’utti yaalamtan kaffaltii herregaa irraa ni eegamtu. Haaloota kanneen keessatti, karoora keessan kan kaffaltii waloo wabii-waloo fi/ykn kan hir’ifamu danda’u caalaa gafatamuu hin qabdu.