Policy on Patient Financial Assistance and Coverage for Health Services Sample Contracts

Sirna
Policy on Patient Financial Assistance and Coverage for Health Services • October 18th, 2021

Imaamanni kuni adeemsa dhukkubsataa kaffalchiisuu Tajaajiloota Fayyaa Fairview (Fairview Health Services) fi HealthEast (walitti qabaadhan, “Fairview” jedhamanii) tarkaanfilee funaansaa kan tarii yommuu kunuunsa fayyaa Fairview dhan kennameefiif kaffaluu dhaban fudhataman, kan akka tarkaanfii funaansaa addaa ibsa. Qajeelfamoonni bu'uuraa imaammata kana duuba jiran dhukkubsattootaa fi wabii kennitoota itti gaafatamummaa qaban (kan kana booda "dhukkubsataa(toota)" jedhaman) ulfinaa fi kabajaan walqixaaan kunuunsuf, adeemsonni kaffaltii fi funaansaa sirriin haala walfakkaatun hordofamuu mirkaneessuf, akkasumas dhukkubichi Imaammata Deeggarsa Maallaqaa Fairview (kan kana booda "FAP" jedhamuun beekamu) jalatti gahumsa qabaachuu fi dhabuu isaa murteessuf tattaaffiiwwan sirriin godhamuu isaanii mirkaneessufidha.