Baasii barbaachaa Fakkeenya Sirnaalee
Baasii barbaachaa gaaleen jedhu keewwata kana keewwata xiqqaa 6 (a)(i) tiin hiika kennameen faayidaa ibsame osoo hin dabalatiin baasii albuuda baasuutiin yookiin hojii boba’aatiin faayidaa argachuuf bahu; yookiin
Baasii barbaachaa jechuun baasii qabeenyawwan gatiin isaanii hir’ataniif ba’u osoo hin dabalatiin nama heeyyamni kennameef yookiin kontiraaktarichaan hojii qorannoo gaggeessuuf baasii ba’u yoo ta’u, kanneen armaan gadii ni dabalata:Kanneen armaan gadii argachuuf baasii bahe:Mootummaa yookiin waliigaltee mirga dabarsu irraa baasii faayidaa mirgabarbaachaa ilaallatu argachuuf bahu; yookiinMootummaa yookiin waliigaltee mirga dabarsu irraa odeeffannoo barbaachaaargachuuf baasii bahu; yookiinHojii barbaacha albuudaa yookiin waaliigaltee boba’aa waliin walqabatee baasii ijaarsa bu’uraalee misooma hawwaasummaatiif bahu.