Uunkaa Jechi Fedhiin Deebitootaa Itt Guutamu
Uunkaa Jechi Fedhiin Deebitootaa Itt Guutamu
YAADANNOO HOJJETAA/MIILTOO IOM TIIF:
Namni kamiyyuu fedhiidhaan kan maatitti deebi’e jedhamee akkataa ulaagaa IOM iitti fudhatamu tokko waliigaltee mallatteessuudhaan dura qabiyyee uunkaa kanaa hubachuu qaba. Namni uunkaa kana malltteessu otoo hin mallatteessiin dura uunkaa kana dubbisee(afaan inni beekutti hiikuudhaan) akka hubatu maalummaa fi qabiyyee isaa irratti ibsa kenniif.
Ani _____________________kanin jedhamu fedhii kiyyaan gara biyya dhaloota kiyyaatti ykn gara biyya biroo jiraachuudhaaf mirga itti qabu tokkootti deeggarsa dhaabbata godansa idila-alaatiin(kana booda IOMn), jechuunis gara-------------------------------------------------deebiuf mallatteessen jira
Waa’ee deeggarsa dhaabbaticha irraa fudhadhuu fi haal-duree barbaachisu kana hubadhee fedhiidhaan deebi’uu xxx xxx mirkaneessa.
Deeggarsi sgantaa xxxxxx xxxx taasifamu kamiyyu carraa biyya keessa qaxxaamuran keessatti hafuu akka hin dabalanne hubadhhen jira. Biyya kiyya yoon gahuu abbootiin aangoo biyyaatiitiin akkan gaaffii gaafatamu/qoratamu hubadheen jira. Xxxx xxxxx IOMn seeraa fi heeraa bulchinsa mana xiyyaaraa ykn abbootii aangoo dhimma godaantotaa bakka keessa qaxxaamuranii ykn biyya xxxxx keessa akka hin seenne hubadheen jira.
Ani ofii kiyyaa fi namni deeggarsa kiyya xxxx xxxx irratti mirga itti qabu tokko to’annoo IOMtiin ala balleessaa kallattiinis ta’e al-kallattiidhaan yoo hojjete IOM kan itti hin-gaafatamne ta’uu isaa nan beeka.
Xxx xxxx xxxxx IOM fi qaamni IOM bakka bu’ee aangoon kennameef kamiyyuu kaayyoo armaan gadiitiif xxxxx xxxxx dhuunfaa kiyyaa bakka barbaachisaa ta’etti fudhachuu/walitti qabuu, fayyadamuu, akkasumas ragaalee waa’ee namoota na-jala jiranii (maqaa ijoollee/maatii isaanii ibsi------------)qaama biroof dabarsuu akka danda’u aangoo kenneefiin jira.
KAAYYOO Ragaalee funaanuu fi hiikkaa itti kennuudhaan duraa |
IBSA |
Tole jechuu yks diduu |
|
Namoota gaaffilee gaafataniin kan guutamu |
Eeyee |
Lakki |
|
|
Namoota fedhiidhaan gara biyya isaaniitti deebi’aniif deeggarsa taasisuu(deebisanii qubachiisuu) |
|
|
|
Ragaalee kana deeggarsa dabalataa pirojaktoota IOM xxxx xxxxx kan birootiif fayyadamuu |
|
|
|
Ragaalee kana dhimma qo’annootiif fayyadamuu1 |
|
|
|
[ifa taasisi]2 |
|
|
Ragaaleen dhuunfaa kiyya qaamolee sadaffaa armaan gadiitiif ibsamuu/kennamuu ni danda’a: Fakkeenyaaf, kaayyoo armaan olitti ibasme mirkaneessudhaaf arjoomtota, dhaabbilee mootummaa dhimmi ilaalu, dhaabbilee mit-mootummaa) akka kennamu ittiin waliif gala. Raga dhuunfaa kiyya IOM gaafachuudhaan argachu ykn sirressu akkan danda’u hubadheen jira.
Adeemsa fedhiidhaan gara biyyaatti deebi’uu(deebisanii dhaabu) keessatti dhibee xxx ykn nama biroo miidhuu danda’u kamiyyuu IOMdhaaf ykn michuuwwan isaatiif ibseen jira. Yaadan armaan olitti ibse jijjiiruu yoon barbaade biyyan deebi’u xxxx xxxx hin ka’iin dura kanin IOMf ibsu ta’uu kiyya nin beeksisa.
Ragaaleen armaan olitti ibse dhugaa fi sirrii ta’uu isaa nan mirkaneessa. Uunkaa kana yeroon mallatteessu xxxx xxxxxxxxx hojjedhe IOM gargaarsa/deeggarsa akkan hin kennine nan beeka/hubadha.
Iyyataa (Ykn bakka bu’aa ) Mallattoo |
|
Guyyaa fi bakka |
|
|
|
Mallattoo nama hiikee [xxx xxxxxxxx]:
|
|
Guyyaa fi bakka |
Mallattoo bakka bu’aa IOM ykn nama bakka bu’insi kennameef |
|
Xxxxxx fi bakka |
1 Kayyoon isaa jalqaba projakitichaa irrati ykn yeroo mallatoo ibsamuu qaba .Sana booda jijiramuu hin danda’u
2 Barbaachisaa yoo hin taane rogni kun haqamuu qaba.