Sadarkaalee Raawwii Gadi aanaa
Sadarkaalee Raawwii Gadi aanaa
Gudeeddaa Saalqunnamtii akkasumas miidhaa hojjataa ofii irraa eggamuu (MOS PSEA)1
Hiikkaan kun dhaabbata Social Development Direct fi Translators without Borders dhaan kaayyoo odeeffannoo dhaaf qofa kan qophaa'ee fi sirrii ta'uu isaaf IASC dhaan wabiin itti hin kennamu. Seera qabeessa kan ta'e kan Ingiliffaa toora inteneetii IASC irratti argama Minimum Operating Standards - Protection from Sexual Exploitation and Abuse by own Personnel.
Gudeeddaa Saalqunnamtii akkasumas miidhaa (PSEA) hojjataa ofii irraa eeggamuf, Sadarkaalee Qajeelfama Gadi aanaa itti bulmaataa PSEA(MOS-PSEA)f sirritti hojiirra oolchuun ni barbaachisa. MSO-PSEA kan bocame tooftaalee hujiirra oolinsa sadarkaalee gadi aanaan nageenya hojmaata hojjattootaa (or XXXX) bu’ura (fakkii) godhachuudhaani yammuu tahu, kuniis tooftaa itti bulmaataa sirna UN keessatti dirqama tahee arkama; dirqama kan taheefis f ejensiileen hundi ulaagaalee waliigalaa kan hordofan, kan nageenya hojjattoota giddu gala godhate akka qabaatan mirkaneessuufi.
MOS-PSEA maal dha?
MOS-PSEAn kan irrati hundaa'e:
1. Ibsa murannoodhaa kan hojjataan dhaabbata mootummoota gamtoomaniitii fi kan dhaabbata mootummoota gamtoomanii hin ta'in, waa’ee
Gudeeddaa Saalqunnamtii akkasumas miidhaa barbadessuf qophaawe, Xxxxxxx (August) 2008
2. Gamaaggama Idil-Adunyaa kan waa’ee eegumsa Gudeeddaa Saalqunnamtii akkasumas miidhaa; kan dhaabata UN,NGO,IOM akkasuma hojjattota IFRCn qophaawe, Mudde (July) 2010
3. Gudeedaa Saalqunnamtii akkasumas miidhaan wal qabateee qajeelfamoota ijoo ta'an jaha kan IASC, Waxabajjii (June) 2002.
Qabiyyeen furtuu tahan kan MOS-PSEA maal faadha?
Utubaalen afran hojii ammee PSEA tooftaa bu'uraa ni dhiyeessuu. Xxxxx xxx:
1. Qindeessaa fi bulchinsa: Imaammata bu'a qabeessa hojiirra oolchuu akkasumas gudisuu; wal-tahanii xxxxx hojjachuu qindeessuu, ;qajeelcha kutannoon hojjatu/akeeka xiyyeeffannoo kan kutannoo PSEAf qabu.
2. Waliin hojjachuu fi Deeggarsa hawaasaa uummata naannootif: Qunnamtii Hunda-haammataa fi bu'a qabeessa kan (Waajjira Muummee) HQ irraa gara dirree hojii waa’ee(a) PSEA irratti hubbannoo fayyadamtootaa dabaluu ilaalchisee waan tahuu qabu akkasumas (b)akkamitti tooftaalee komii (himannaa) hawaasaa bu'a qabeessa dhaabna.
3. Ittisuu: Toftaalee hunda-haammataa fi bu'a qabeessa, kan keessoo Humna namaa SEA irratti hubbannoo dabalu; calallii bu'a qabeessaa fi bulchiinsa hujjeeffamaa mirkaneesudha.
4. Deebii Laatuu: Sirnootni iyyata (Komii)-keessoo fi qorannoo Kaa'amaniiru.
1MOS Kunniin mari'atamaa xxxxx xxxxxx miseensoota IASC PSEA TaFo:galmeen Hojii foyya'insa fi sadarkaa yaada ammee humnoota hojii calaqqisu.
Sadarkaalee Hojimaata Gadi aanaa PSEA | Agarsiiftuulee furtuu | |
1 | Imaammata bu'a qabeessa qopheessuu fi Hojiirra oolchuu | • Imaammata sadarkaale naamusaa ibsuu, kan gochoota SEA of kessatti qabu, ni jira, akkasumas imaammata karoora hojji gama hojjiitti hiiku qabaachuu. • Imaammatni /sadarkaaleen naamusaa agarsiifamee (laatamee) ture, hojjatoota amma hojiirra jiraniifi fi bulchiinsa angafaatif (sadarka HQ fi dirree hojiitti) irra deddeebi'uun (kan akka leenjiilee seensaa fi haaromsisaa). |
2 | Sirreessaalee (Qindeessaalee) Gamtaa | • Barruun (Bulletin) SG'S(ST/SGB/2003/13) yokiin koodilee (lakkadaalee) naamusaa haalota kontiraata waliigalaa kessatti hammatameera. • Waligaltee barreefamaa fudhachuuf sirnootni taa'anii jiru, kan qaamolee yookin dhunfaadhaan namoota gama qindoomina gamtaa dhufan akka isaan sadarkaale imaammatoota PSEA hubatan fi ittiin bulan. |
3 | Qajeelcha murannoo qabu/Qabxiin xiyyeefannoo kan PSEAf kutannoo qabu | • Qajelchi kutannoo qabu/akeekni xiyyeeffannoo, imaammata fi sochiilee PSEA gudisuu fi hojiirra oolchuuf dirqama waliigalaa qaba. • Qajeelchi/akeekni xiyyeeffannoo kan dhimmi ilaallatu, otuu walirraa hin citin bulchiinsa angafaatif(isa dursuuf) fooyya'insa waa’ee PSEA keessoo akeeka xiyyeeffannoo angafaatin PSEA irratti gabaasuu barbaachisa. • Miseensotni hojjattootaa kan PSEA waliin hojjatan dirqama seera qabeessa PSEAf qaban, ibsa hojii isaanii kessatti, hujjeeffama madaallii fi waan kana fakkaatuun. • Leenjii toftoome PSEA irratti ni fudhatan akkasumas waa’ee yeroo kutannaa PSEA irratti kan wal-madaalu safara raawwii waliin xxxxx barbaadamaa ammee kandhaabbileetin. |
Sadarkaalee Hojimaata Gadi aanaa PSEA | Agarsiiftuulee furtuu | |
4 | Qunnamtii Hunda-haammataa fi bu'a qabeessa kan HQ irraa gama dirree hujii, waa’ee PSEA irratti hubbannoo fayyadamtotaa dabaluufi waan tahu qabu (hojjatamuu qabu) | • HQn gadi fageenyaan walqunnamee jira, waa’ee bu’aalee maayyiirratti eeggaman kan fayyadamatootni PSEA irratti tattaaffii hubannoo dabaluu godhamu (odeeffannoo waa’ee sadarkaalee naamusaa fi tooftaa gabaasa dhaabbilee of keessatti haammatee jechuudha). • HQ'n meeshaalee fakkenyaa kan hubannaa dabalan tamsaasee jira, akkasumas meeshaale hubannaa dabalan kan fayyadamtootni itti fayyadaman |
5 | Toftaalee bu'a-qabeessa kan komii (himannaa) hawaasarratti hundaa'e(CBCM),gargaarsa miidhamtootaatis dabalatee | • HQ'n, waajjirallen isaa kan dirree hujii akka tooftaa koomii hawaasa bu’ureeffate irratti hirmaatan ni jajjabeessa, tooftaalee qindoominaan hundeeffaman fi iddoo murtaa'etti hawaasa gargaaramuun kan baramanii hojiitti hiikaman jechuudha. • Qajeelfamaatu jira kan dirree hujii xxx xxxxx CBCM ittin qaceelchan mirkaneessuuf hundaa’e, kan ilaalcha aadaa of keessatti qabu, kan hirmaanaa Hawaasaa irratti xiyyefatu. • Tooftaan hordoffii fi toftaan keessa-deebii iyyannaa ni jirra. • Dhaabbatichi qajeelfama barreefamaa kan miidhamaa ittiin gargaaran ni qaba. |
6 | Calallii bu'a-qabeessaa fi bulchiinsa hujjeeffamaa | • Dhaabbatichi ni mirkannessa, kaadhimamtootni hundi kontiraatni osoo hin kennaminiif, koodiille naamusaa dursanii akka mallateessan. • Dhaabbatni hundi sirna wabii isaani mirkanneessu foyyeessuf fi naamusa badaa xxx xxxxx too’achuuf ni hojjata. • Too'annoo fi madaalliin hujjeeffamaa, hujiirra oolchuu koodiilee leenjii naamussa (yookin walfakkaataa) kan PSEA ni haammata. • Hujjeeffamni madaallii Bulchinsa angafaa wanni of keessatti haammatu, hujiilee xxxxx itti gudeeddaafi miidhaan saalaa ittifamu uumuufi itii fufsiisuu, akkasumas hujiirra oolchuu ST/SBG/2003/13 yokiin koodii naamusaa jajjabeessuu dha. |
Sadarkaalee Hojimaata Gadi aanaa PSEA | Agarsiiftuulee furtuu | |
7 | Toftaaleen hunda-haammataa fi bu'a- qabeessa, keessoo Humna namaa kan SEAf daballii hubbannoo mirkaneesu hundaa’anii jiran. | • Hojjatoonni, leenjii haaromsaa waggaadhaan ni fudhatu, waa’ee sadarkaa naamusaa,waa'ee toftaalee komii itti faayilii godhan akkasumas naamusa badaa gabaasuu fi agarsiisa sadarkaalee kana cabsuu. • Unkaalee adeemsa egalumsa leenjii naamusaa badaa irrati (keessattu kan SEA agarsiisuun). • Hojjatootni miseensotaa, SEAf naamusa badaa gabaasuuf dirqama akka qaban ni hubatan, akkasumas akka bakketti tarkaanfiin haaloo fudhachuu dhoorkaa tahe imaammatni jiraachuu ni beeku. |
8 | Sirnoota iyyataa keessoo fi sirnoota qorannoo Kaa'aman | • Qabinsi sirnoota Iyyata/gabaasa miseensa hojjattootaa irraa yokiin faayyadamtootaa irraa, barreefamaan kaa'ameera. • Hojjattootni Miseensota yeroo yerootti akka itti koomii/gabaasa faaylii godhan fi adeemsaale kana itti qaban, ni beekan.. • Sirnoota yokiin dhimma wal gitu sadarkaa qorannoo itti hojjettan akkasumas kan qajeelfama qorannootif baratamee jira akkasumas hujiiirra oolaa jira. • Qorannoon kan gaggeeffamu nama muuxannoo fi ogeessa cimaa qabu kan leenjii waa’ee qorannoo wantoota miira namaa kaasan kan akka himoota SEA faa fudhateeni. • Qorannooleen ji'oota 3 keessatti jalqabaman, akkasumas bu’aan odeeffannoo nama iyyatee tureef ni qoodama. • Komiileen qabatamaan mirkanaa’an, tarkaanfiilee qabatamaa kan naamusaa yokaa kan waliigaltee hujii, ni geessisan; Xxx tahuu baate, qaamni mirkaneessuu dandahu qaba maalif akka tahuu baate. |