Aangoo fi Gahee Adeemsa Hojii Ijoo Shumii Gamoo
Aangoo fi Xxxxx Xxxxxxx Xxxxx Ijoo Shumii Gamoo
I. Hojiiwwan Akkata labsi lakk.199/2008ttin keenameef
1) Imaammata, tarsiimoo fi seerotni dizaayinii fi ijaarsaa gamoowwanii, ilaalchisee bahan hojiirra ooluu isaanii ni hordofa, ni too’ata;
4) Dizaayinii ijaarsaa gamoo naannicha keessatti gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii xiinxaluudhaan ni mirkaneessa; ol’aantummaan ni too’ata
5) Dizaayiniin pirojektoota ijaarsa dhuunfaa yookiin investimentii gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xiinxala; ni mirkaneessa; hayyama hojii ijaarsaa ni kenna;
6) Pirojektoota baajata mootummaatiin gaggeeffamaniif waliigalteewwan hojii fi dizaayinii ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; ni mirkaneessa; raawwii isaa ni hordofa; ni too’ata;
7) Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa pirojektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa; ( Sadarka
8) Ijaarsa pirojektoota gamoowwanii, mootummaan gaggeessu ni hordofa; kaffaltiin akka raawwatamu ni taasisa; raawwii isaas ni madaala; rakkoo muudatu qorachuun yaada furmaataa mootummaadhaaf ni dhiyeessa;
12) Ijaarsa pirojektoota mootummaan gaggeessu ilaalchisee madaallii yookiin bu’aa caalbaasii seektaraan dhiyaateef xiinxalee ni mirkaneessa; yookiin qaama birootiif bakka bu’iinsa ni kenna;
13) Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsa gamoo, ilaalchisee too’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata;
17) Dizaayinoota gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa; hordoffii fi too’annoo hojiiwwan ijaarsaa ni raawwata; kaffaltiiwwan ni mirkaneessa;
20) Bu’uura seera gamootiin hojiiwwan qulqulleessa pilaanii magaalotaa ni raawwata; dizaayinii ni gamaaggama; hayyama ijaarsaa fi itti fayyadamaa ni xxxxx;
II. Aangoo fi Gahee Shuumii Gamoo Xxxxxx xxxxx xxxx.000/0000xxxx xxxxxxxxx
♦ kutaa 2ffaa keewwata, 10 keewwata jalatti Shuumiin gamoo aangoo fi gahee hojii armaan gadii ni qabaata.
1. Iyyata pilaaniin akka mirkanaa’u dhiyaateef xiinxaluun labsii fi seerota biroo waliin kan walsimuu xxx xx’ee ni mirkaneessa.
2. Gamoo Bulchiinsa Magaalichaa keessa jiran labsii fi seera biroo waliin kan wal xxxxx xx’u isaanii ni to’ata, ni mirkaneessa.
3. Xxxxxxxx Xxxxx dirqama isaa bahuuf hojjattoota Bulchiinsa Magaalaa yookiin hojjettota qaama moggaafameen bakka buániin gargaaramuu ni danda’a, haata’u malee hojiiwwan pilaanii fi gabaasa pilaanii mirkaneessuu waliin walqabatan irratti murteen kennamu Xxxxxxx Xxxxxxxxx kan raawwatamu ta’a.
4. Gamoon labsiin kun osoo hojii irra hin oolin ijaaramanii fi labsiin akka irratti raawwatiinsa hin qabaanne akka qorataman ni taasisa, nageenya ummataaf sodaachisaa ta’xxx xxx argaman akka diigaman yookiin akka sirraa’an ni ajaja.
5. Akkaataa keewwata kana keewwata xiqqaa 4 jalatti tumameen gamoon labsiin osoo hojii irra hin ooliin dura ijaaramanii fi labsiin isaan irratti raawwatiinsa hinqabaanne akka qorataman kan taasifamu:
a. Gamoon balaa dhaqqabsiisuu akka danda’u odeeffannoon Xxxxxxx Xxxxx kan dhaqqabe xxx xx’e ;xxxxxxx
b. Gamicha irratti babbaqaqiinsi, gadi liqimfamuunii fi duufiinsi ifaan kan mul’ate xxx xx’e ; xxxxxxx
c. Haalawwan biroo uummata irratti balaa geessisuu danda’an kan jiraatan ta’uu isaanii kan mirkana’e xxx xx’e qofa ta’a.
6. Shuumiin Gamoo qorannoo gamoo irratti gaggeeffameen gamoon namaa fi qabeenya irratti balaa kan dhaqqabsiisu ta’uu xxxx xxx itti amane guutumaa guutuutti yookiin gar- tokkeen akka diigamu yookiin fooyya’insi sirreessaa akka taasifamu ajajuu ni danada’a.
7. Gamoon pilaanii dogongoraan mirkanaa’een ijaarame sababa gahaa irratti hundaa’uun akka sirraa’u ni ajaja;
III. Hojiiwwan gurguddoo Adeemsichi raawwatuu
3.1. Ragaa qabiyyee fi ittifayaadam pilaani lafa magaalaa qulqulleessuu, mirikaneessuu fi waligalitee pilaanii keenuu.
3.1.1. Adeemsa hojii qulqulleessaa Ragaa qabiyyee fi xxxxx Xxxxx-galtee pilaanii keesati hojiiwwani hojataman.
🖛 Iyyannoo gaaffii walii-galtee pilaanii (Unkaa 003), xxxxxxx
ijaarsaa,haaromsaa,fooyya’insaa fi eeyyama itti fayyadamaa simachuu fi xxxxxx xxxxx
🖛 Ragaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkaneessuu
🖛 Ragaa walabummaaa Idaa fi dhoorkaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkqneessuu
🖛 Ragaa walsimsiisa pilaanii magaala Qulqulleessuu Ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun mirkneessuu;
♦ walii-galtee pilaanii, heyyama ijaarsaa,haaromsaa,xxxxxx’insaa fi
eeyyama itti fayyadamaa xxxxx xxxxx
3.1.2. Ragaan Waliigaltee Pilaaniittif barbachissuu
✓ Haarawaa, dabalata ykn fooyyessa ijaarsaa gaggeessuuf namni barbaadu dizaayiniin
Gamichaa osoo hin qophayin dura walii galtee pilaanii argachuu qaba.
✓ Iyyannoon walii galtee pilaaniiti dhiyaatu unka 003 tiin guutamee dhiyaachuu qaba.
⮚ Gaaffiin dhiyaatu walii galtee ijaarsaa haarawaatiif xxx xx’x
✓ Waraabbii ragaa mirkana qabiyyee (karta, waligalitee liza Fi qoorannoo EIA),
⮚ Qabiyyee duraa foyyesuuf xxx xx’e
✓ Waraabbii pilaanii gamoo duraan turee
✓ Taa’umsa gamoo duraanii kan agarsiisu saayit pilaanii wal qabatee dhiyaachuu qaba
✓ .Magaalota pilaaniin Masterhaadhoo qopha’eef walii galtee pilaanii ulagaa pilaanii haadhoo Magaalichaa kan bu’uureffate ta’uu qaba.
✓ Walii galtee pilaanii kennameef xxxxxx xxxxx ta’e Irraa eegalee baatii 12 qofaaf kan tajaajilu ta’a.
3.1.3. Qaama raawwatu
🖛 Qulqulleessaa Ragaa qabiyyee Ejensii misooma fi management Lafaa
🖛 walsimsiisa plaanii magaala fi walii-galtee pilaanii kennu— Xxxxx qulquleessa raga qabiyyee fi walsimsisa pilaanii magaala (A/BKO/WKM/)
3.1.4. Qunnamtii hojii fi Dhimma qunnamtii gareen kun qabuu
🖛 Ejensii misooma fi management Lafaa wajjiin-- dhimma Qulqulleessaa Ragaa qabiyyee fi walabummaaa Idaa fi dhoorkaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkqneessuu
🖛 Inistitiyuuti Plaanii Magaala wajjiin dhimma odeeffannoo pilaanii
magaaloota yeroo yeroon wal jijjiiruu
❖ Kanafuu; Qindoomii hojii waajiraa Ejensii misooma fi management Lafaa waliin jiratuu hojiimatanii (waligaliteedhan degaramuu qaba)
3.2. Gamoo mirkaneessaf dhiyyatee Gamaaggamuun mirkaneesuu
3.2.1. Adeemsa hojii Gamaagamma fi mirkaneesaa Dizaayiniiwaanii gamoo keesati hojiiwwani hojataman
⮚ Dizaayiniiwwan qophaa’anii dhiyyatan kan akka
✓ dizaayinii Arkiteektii
✓ dizaayinii istraakcharaa.
✓ dizaayinii Eleektrikaa.
✓ dizaayinii saanitarii.
✓ dizaayinii makanikala (elektro-makanikala) xinxaluu fi mirkaneessuu
✓ a pilaanii balaa ibida (Fire protection plan) baka barbachissutii
✓ BOQ ... Gamaagammuun
♦ mirkaneessuun heyyama ijaarsaa keenuu
3.2.2. Adeemsa hojii Gamaagamma fi mirkaneesaa Dizaayiniiwaanii gamoo keesati ragaawwnii barbachissuu
✓ Walii-galtee pilaanii mirkanee
✓ Gabaasa Qorannoo adda addaa
✓ Dizaayinoota gorsitootaan qophaa’an dhiyatanii
✓ Raga gorsitootaa fi hoggestoota (company and professional licenses )
🖛 Istaanderdiiwwan
✓ Istaandardii Pilaani (Plan Design Standards)
• pilaani arkitikcharii (istandardii kutaalee, istaandardii yaa’umsaa ” circulation standard’s” )
• Pilaani Istrakcharii/Structural Design/
• Herrega Istaatiksii (statical calculation)
• Firii Qormaata Biyyoo
• Pilaani “Electrical Design”n
• Pilaani “Sanitary Design ”n
• istandardii ittisa balaa ibiddaa
• istandardii banaminsa (openings standard’s)
• istandardii iddoo dhabbata konkolaataa /parking/ etc kan jiruu ta’uu issa
🖛 Pilaanii dizaayinii ittisa ibiddaa sanada heeyyama ijaarsaa wajjin akka dhihaatu barbaadamu qabxiiwwan armaan gadiittii fi kanneen biroo guutanii dizaayini irratti xxxx’achuu qabu
🖛 istandardii oli - ka'umsa gamoo (standard building height) kan magaalootiin yeroo ama hinqbine
3.2.3. Qaama hojiicha raawwatu
✓ Xxxxx gammagama fi Mirkaneessa Dizaayinii gamoowwanii
3.3. Hordoffii fi to’annoo hojii ijaarsa Gamoowwanii geggeessuu
3.3.1. Adeemsa hojii Hordoffii fi to’annoo hojii ijaarsa Gamoowwanii keesati hojiiwwani hojataman
✓ hojii ijaarsaa jalqabsiisuu (sadarka magaloota)
✓ Ijaarsi gaggefamu akkataa dizaayinii heyyamamee fi Walii-galteettin
hojatama jirachuu issa hordoffii fi to’annoo gaggessuu
✓ Gabaasa gorsaa xinxaluu
✓ Gabaasa hordoffii fi to’annoo qopheessuu
✓ Gabaasa hordoffii fi to’annoo qopheessuu, xinxaluu,mirkaneessuu, duub- deebii kennuu fi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu
✓ Kafaltii taajajilaa akka kanfalamu taasisuu
✓ Bakka rakkon jiruttii tarkaanfii sirreeffamaa akka fudhatamuu taasisuu
3.3.2. Ragaan hojii Hordoffii fi to’annoo ijaarsa Gamoowwanii barbachissuu
✓ Dizaayinii mirkanee fi heyyammnii ijaarsaa gamoo kennmee
✓ Walgaltee hojii ijaarsaa mirkanee
✓ Saganta hojii (action plan)
✓ Cheek-list hodofi
3.3.3. Qaama hojiicha raawwatu
✓ Xxxxx Hordoffi fi To’annoo Ijaarsa
3.3.4. Qunnamtii hojii fi Dhimma qunnamtii gareen kun qabuu
✓ Gorsa ijaarsicha /RE
3.4. Heyyama itti fayyadamaa gamoowwanii kennu dha
3.4.1. Xxxxxxx xxxxx xxxxx Xxxxxxx itti fayyadamaa gamoo keesati hojiiwwani hojataman
✓ Iyyannoo gaaffii Heyyama itti fayyadamaa xxxxx xxxxxxxx fi xxxxxx xxxxx
✓ Ijaarsi gamoo xxxxx diizayinii eeyyamameen ijaaramuu xxxx xxxxxxxxx
✓ Xinxala raawwi ijaarsichaa fi tajaajilaaf ooluu danda’uu isaa mirkaneessuun
✓ Heyyama itti fayyadama gamoo kennuu
3.4.2. Ragaan hojii xxxxx Xxxxxxx itti fayyadamaa gamoottfi barbachissuu
✓ Gabasa raawwi ijaarsichaa
3.4.3. Qaama hojiicha raawwatu
✓ Xxxxx Hordoffi fi To’annoo Ijaarsa
3.4.4. Qunnamtii hojii fi Dhimma qunnamtii gareen kun qabuu
✓ Abbaa Pirojeektoota /gamoo---
✓ Gabaasa gorsaa xinxaluu
4. DHIMMI DEEGARSAA TAJAAJILA SEERA BARBAADU (HIIKA SEERA BARBAADU)
4.1.Dambii gamoo Naannoo Oromiyaa, Lakk 156/2005; kutaa 2ffaa keewwata, 5 keewwata xiqqaa 3 ( a) jalatti
♦ Gamoo duraan ture fooyyessuuf yookiin akaakuu tajaajilaa jijjiiruuf gaaffii waligaltee pilaanii dhiyaatu ,
a) Kaartaa yookiin waraqaa ragaa abbaa qabiyyummaa ???? kan jeedhuu ifa ta’uu qaba
4.2. wa’ee kaffaltiiwwan tajaajilaa , Adeemsi hojii shumii gamoo eeyyama ijaarsaa yeroo ni kenna
♦ kutaa 2ffaa keewwata, 20 keewwata xiqqaa (2)
🖛 Ijaarsa yeroo gaggeessuuf namni iddoon ijaarsaa eeyyamameef Shuumii Gamoo irraa eeyyama ijaarsaa yeroo argachuu qaba. jeedha
♦ Kutaa 2ffaa keewwata, 20 keewwata xiqqaa (1)
🖛 Namni kamiyyuu tajaajila gamoo jijjiiruuf, diiguuf barbaduu eeyyama argachuu qaba jeedha
♦ Kutaa 2ffaa keewwata, 21 keewwata xiqqaa (6)
🖛 .........Gamoon ramaddii ”C” jalattii argamu tajaajila irra oolchuun dura eeyyama itti fayyadamaa argachuu qaba jeedha .
Hata’u malee hojii xxxxx eeyyama itti fayyadamaa rawwachuufi rakkoon hojiimata kafaltii tajajiila nu qunamee jirra
♦
3.10.2.1 GAHEE HOJII ADEEMSA HOJII IJOO SHUMII GAMOO
I. XXXXXXXX XXXXXX
Xxxxx Xxxxx Akka Adeemsa Kanaatti Raawwataman
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa naannootti hojjetaman hundaa, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa heeyama ijaarsa ni xxxxx,
2. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan dhunfaa sadarkaa G+5 fi isaa ol ta’an, riilisteeti fi industrii paarkii sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa, waliigalteewwan ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata).
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa.
4. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan ni hordofa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa ni dhiyeessa.
5. Kaffaltiin rakkina yoo qabatee furmaataf xxxxx ni mijeessa.
6. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoowwanii ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
7. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa; hordoffii fi to’annoo hojiiwwan ijaarsa ni raawwata.
8. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; ni mirkaneessa; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa;.
9. Hojiiwwan adeemsaan hojjataman xxxxx karooraatiin akka raawwatamu ni hordofa, ni gamaggamaa, ni to’ata.
10. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
11. Gaheen hojii mana hojii birrootiif kenname akkuma eegametti ta’ee, sadarkaawwan hojii konistiraakshinii ni baasa; akkaataa seeraatiin hojiirra ooluu isaanii ni mirkaneessa;
12. Sadarkaa gorsitootaa hojii ijaarsa gamoo ni murteessa; gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; ni mirkaneessa;
13. Hojii ijaarsa irratti muuxannoo akka waljijjiiran xxxxx ni mijeessa.
14. Karoora hojii adeemsichaa qopheessuu fi qindeessuu, Damee beeksisuu, Gabaasa hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa.
15. Hojiiwwan karoorfaman galma akka ga’an leecaaloon barbaachisan akka ramadamuu
/guutaman taasisuu.
3.10.2.3. Xxxxx Mirkaneessaa Diizaaynii gamoowwanii
Xxxxx Xxxxx Akka gree Kanaatti Raawwataman
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa naannootti Gaaffii heyyama ijaarsaa, Mirkaneessa fi fooyya’insaa qophaa’anii dhiyyatan gamagamuu hojjetaman hundaa, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa heeyama ijaarsa ni xxxxx
2. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa
✓ Gamaaggama Dizaayinii Arkiteektii
✓ Gamaaggama Dizaayinii istraakcharaa.
✓ Gamaaggama Dizaayinii Eleektrikaa.
✓ Gamaaggama Dizaayinii saanitarii.
✓ Gamaaggama Dizaayinii makanikala (elektro-makanikala) xinxaluu fi mirkaneessuu
✓ Gamaaggama pilaanii balaa ibida (Fire protection plan) baka barbachissutii
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
3.10.2.4 Xxxxx Hordoffii fi to’annoo gamoowwanii
Xxxxx Xxxxx Akka xxxxx Kanaatti Raawwataman
1. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan sadarkaa naannootti hojjetaman hundaa, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii
✓ Ni hordofa, ni to’ata; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa dameef ni dhiyeessa.
2. Gabaasa gorsaa ni xinxalaa; Xinxala gabaasuu fi duub-deebii kennuu
3. Kaffaltiin rakkina yoo qabatee furmaataf xxxxx mijeessa.
4. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoowwanii ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
5. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxx xxxx’xxxxxx yookiin jijjiramaa ta’een hojjatamuu isaa ni to’ata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa
6. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
7. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
8. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
3.10.2.5 Xxxxx qulquleessa raga qabiyyee fi walsimsisa pilaanii magaala
Xxxxx Xxxxx Akka xxxxx Kanaatti Raawwataman
1. Iyyannoo gaaffii walii-galtee pilaanii (Unkaa 003), heyyama ijaarsaa,haaromsaa,fooyya’insaa fi eeyyama itti fayyadamaa simachuu fi xxxxxx xxxxx
2. Ragaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkaneessuu
3. Ragaa walabummaaa Idaa fi dhoorkaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkqneessuu
4. Ragaa walsimsiisa pilaanii magaala Qulqulleessuu
5. Ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun ni mirkneessa;
6. walii-galtee pilaanii, heyyama ijaarsaa,haaromsaa,fooyya’insaa fi eeyyama itti fayyadamaa xxxxx xxxxx
1.1. Xxxxx Xxxxx Xxxxx Xxxxxxx (Process Ower)
1. Hojii adeemsichaa jalqabaa hanga raawwitti ni qindeessaa, ni hogganaa, akkataa labsii gamootin ragaa hayyama ijaarsaa, haromsa, itti fayydama fi hayyama diiginsaa gamoo,ni kenna,.
2. Hojii adeemsichaa ni karoorsa, raaawwii ni hordofa, gabaasa fi duub-deebii ni dhihessa.
3. Dizaayinoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa naannootti hojjetamuf, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni mirkaneessa, waliigalteewwan hojii dizaayinii fi ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata)
4. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa
5. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan akka hordofamuu ni taasisa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa ni dhiyeessa.
6. Kaffaltiin rakkina yoo qabatee furmaatni akka kennamuuf xxxxx ni mijeessa.
7. Adeemsa ijaarsota gamoo ilaalchisee to’annoo akka gaggeeffamu ni taasisa, gabaasa dhiyaatu xiinxalee yoo rakkoo qabaate tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
8. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni mirkaneessa; hordoffii fi to’annoo hojiiwwan ijaarsa akka gaggeeffamu ni taasisa; quliqulina hojii ijaarsa ni mirkaneessa.
9. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa;
10. Hojiiwwan adeemsaan hojjataman xxxxx karooraatiin akka raawwatamu ni hordofa, ni gamaggamaa, ni to’ata, Gabaasa ni dhiyeessa.
11. Hojii ijaarsa irratti muuxannoo akka waljijjiiran xxxxx ni mijeessa.
12. Hojiiwwan karoorfaman galma akka ga’an leecaaloon barbaachisan akka ramadamuu
/guutaman taasisuu.
13.Karoora hojii adeemsichaa qopheessuu fi qindeessuu, Damee beeksisuu, Gabaasa hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa
1.2. Xxxxx Xxxxx xxxxx mijeessituu
1. Xalayoota abbaa dhimmaatin dhiyaatu galmeessuun hojjataa dhimma isaa ilaaluuf dabarsuu.
2. Raawwii hojiitiif barreeffama qophaa’u yeroo gabaabaa keessatti barreessun kennuu,
3. Gabaasa raawwii hojiitiif yeroo yeroon qophaa’u galmee keessatti qabamee akka taa’u gochuu fi yeroo barbaadamu dhiyeessuu.
4. Abbootii dhimmaa tajaajila adda addaatiif dhufan dhimma tajaajilamuu barbaadan gaafachuun gara dhimmi ilaalutti dabarsuu ykn odeeffannoo barbaachisu kennu.
5. Xalayoota galii fi bahii ta’an galmeen qabameen gara dhimmi ilaalutti akka ergamu taasisuu.
6. Informeeshinii bilblaan gaafatamuu gara barbaadamutti akka darbu taasisuu ykn deebii kennuu.
7. Meshaalee dhumaa raawwii hojii adeemsaaf barbaachisu tarreessuun akka dhiyaatu taasisuu fi yammuu dhiyaatu hojjataaf raabsuu
8. Hojilee dabalataa abbaa adeemsa hojiitiin kennamu raawwachuu
1.3. Gahee ogeessa pilaanera Magaalaa
1. Diizaayiniiwwan pirojeektoota ijaarsa gamoowwan hojjetaman nageenya naannoo fi hawaasaa irratti miidhaa kan hin geessisnee ta’uu isaa qaama aangoo qabuun mirkana’uu isaa ni qulquleessa,
2. ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun ni mirkneessa;
3. Xiinxala bu’aa qabeessummaa piroojektoota hawaaasummaa gara garaa seera qabeessa ta’een itti gaafatamummaa agarsiisu dursaa mirkanaa’uu isaa ni qulquleessa.
1.4. Gahee ogeessa Arkitekiicher
1. Arikiteecharaalii Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoo Floor Planii, sekishin planii, eliveeshin planii, diteel planii and sayit planii sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala, ni mirkaneessa
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii Arikiteecharaalii Dizaayinoota yoo jiraatee dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Dizaayinoota arkiteekcharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
1.5. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Istiraakcharaa
1. Dizaayinoota istraakcheroota gurgudoo pirojeektoota ijaarsa gamoo gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxxxx dizaayinii isaa ni foyyeessa, ni mirkaneessa.
3. Dizaayinoota straakicharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa wajiraa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
1.6. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Elektiriikaa
1. Dizaayinoota Elektiriikaa istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinoota Elektiriikaa xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
1.7. Gahee hojii Injinara Makaanikaalii
1. Dizaayinoota makaanikaalaa istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinoota makaanikaalaa xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
1.8. Gahee hojii Injinara Saniitarii
1. Dizaayinoota Saniitarii istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinii Saniitarii yoo jiraatee dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa.
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
1.9. Gahee hojii Injinara To’annoo Ijaarsaa
1. Ijaarsawwan gamoo gaggeeffaman dizaayinii fi walii galtee eeggatanii hojjatamuu isaanii ni to’ata; xxx xxxxxx qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
2. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxx xxxx’xxxxxx yookiin jijjiramaa ta’een hojjatamuu isaa ni to’ata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Walharkaa fuudhiinsa ijaarsa gamoo ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
5. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
6. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
7. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
1.10. Gahee hojii kuantitii sarveeyarii
1. Tilmaama gatii ijaarsa gamoo ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
2. Dokumaantii ispeesifikeshiinii pirojeektoota ijaarsa gamoo ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaattif, gatii dabalata dhiyaate xiinxaluun mirkaneessa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
II. Xxxxx Mirkaneessaa Diizaaynii fi To'annoo Ijaarsaa Gamoo sadarkaa Godinaa
Xxxxx Xxxxx Akka Adeemsa Kanaatti Raawwataman
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwani baajata mootummaa sadarkaa godinaatti hojjetamu, gamoo sadarkaa G+4 fi isaa gadii ta’an sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa, waliigalteewwan hojii dizaayinii fi ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata).
2. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwani dhunfaa fi investimentii sadarkaa godinaatti hojjetamu, gamoo sadarkaa G+4 fi isaa gadii ta’an sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa, raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa.
4. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan ni hordofa; Kaffaltiin akka raawwatamu ni taasisa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa dameef ni dhiyeessa.
5. Kaffaltiin rakkina yoo qabatee abbaa pirojeektoota wajjin furmaataf xxxxx mijeessa.
6. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoo ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
7. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa; hordoffii fi to’annoo hojiiwwan ijaarsa ni raawwata; kaffaltiiwwan ni mirkaneessa.
8. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa.
9. Hojiiwwan adeemsaan hojjataman xxxxx karooraatiin akka raawwatamu ni hordofa, ni gamaggamaa, ni to’ata.
10. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
11. Hojii ijaarsa irratti muuxannoo akka waljijjiiran xxxxx ni mijeessa.
12. Karoora hojii adeemsichaa qopheessuu fi qindeessuu, Damee beeksisuu, Gabaasa hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa.
13. Hojiiwwan karoorfaman galma akka ga’an leecaaloon barbaachisan akka ramadamuu /guutaman taasisuu.
14. Leenjii fi deeggarsa ogummaa xxxxx barbaachisummaa Xxxx oggummaa irratti hundaa'uun qaamolee fi raawwattoota sadarkaa adda addaatti jiraniif akka kennamu taasisa.
2.1. Gahee ogeessa pilaanera Magaalaa
1. Diizaayiniiwwan pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti hojjetaman nageenya naannoo fi hawaasaa irratti miidhaa kan hin geessisnee ta’uu isaa qaama aangoo qabuun mirkana’uu isaa ni qulquleessa,
2. ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun ni mirkneessa;
3. Xiinxala bu’aa qabeessummaa piroojektoota hawaaasummaa gara garaa seera qabeessa ta’een itti gaafatamummaa agarsiisu dursaa mirkanaa’uu isaa ni qulquleessa.
2.2. Gahee ogeessa Arkitekiicher
1. Arikiteecharaalii Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti Floor Planii, sekishin planii, eliveeshin planii, diteel planii and sayit planii sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala, ni mirkaneessa
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii Arikiteecharaalii Dizaayinoota yoo jiraatee dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Dizaayinoota arkiteekcharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; ni mirkaneessa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
2.3. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Istiraakcharaa
1. Dizaayinoota istraakcheroota gurgudoo pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxxxx dizaayinii isaa ni foyyeessa, ni mirkaneessa.
3. Dizaayinoota straakicharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; ni mirkaneessa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa wajiraa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
2.4. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Elektiriikaa
1. Dizaayinoota Elektiriikaa istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinoota Elektiriikaa xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
2.5. Gahee hojii Injinara Saniitarii
1. Dizaayinoota Saniitarii istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinii Saniitarii yoo jiraatee dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa.
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
2.6. Gahee hojii Injinara To’annoo Ijaarsaa
1. Ijaarsawwan gamoowwan sadarkaa godinaatti gaggeeffaman dizaayinii fi walii galtee eeggatanii hojjatamuu isaanii ni to’ata; xxx xxxxxx qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
2. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxx xxxx’xxxxxx yookiin jijjiramaa ta’een hojjatamuu isaa ni to’ata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Walharkaa fuudhiinsa ijaarsa gamoo ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
5. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
6. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
7. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
2.7. Gahee hojii kuantitii sarveeyarii
1. Tilmaama gatii ijaarsa gamoowwan sadarkaa godinaatti hojjatan ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
2. Dokumaantii ispeesifikeshiinii pirojeektoota ijaarsa gamoo ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaattif, gatii dabalata dhiyaate xiinxaluun mirkaneessa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
2.8. Gahee hojii Sarveeyeraa
1. Ragaa sarveeyingiii funaanuu fi kan funaanamee dhiyaate xiinxaluun ni mirkaneessa.
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxx xxxxxxxxxxxx isaa ni hojjeta.
3. Autocading hojii sarveeyingiin wal qabatu ni hojjata.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
III. Gahee Desk Shumii gamoo Magaaloota sadarkaa 1 faa; 2faaAfi 2faa B
3.1. Xxxxx Xxxxx Akka Adeemsa Kanaatti Raawwataman
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa Magaalatti hojjetaman hundaa, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa heeyama ijaarsa ni xxxxx,
2. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan dhunfaa sadarkaa G+4 fi isaa gadii ta’an, hundaa sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa, waliigalteewwan ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata).
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa.
4. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan ni hordofa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa ni dhiyeessa.
5. Kaffaltii pirojeektoota ijaarsa gamoowwan mootumaa ni mirkaneessa; rakkina yoo qabatee furmaataf xxxxx ni mijeessa.
6. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoowwanii ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
7. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa; hordoffii fi to’annoo hojiiwwan ijaarsa ni raawwata.
8. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; ni mirkaneessa; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa;.
9. Hojiiwwan adeemsaan hojjataman xxxxx karooraatiin akka raawwatamu ni hordofa, ni gamaggamaa, ni to’ata.
10. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
11. Gaheen hojii mana hojii birrootiif kenname akkuma eegametti ta’ee, sadarkaawwan hojii konistiraakshinii ni baasa; akkaataa seeraatiin hojiirra ooluu isaanii ni mirkaneessa;
12. Sadarkaa gorsitootaa hojii ijaarsa gamoo ni murteessa; gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; ni mirkaneessa;
13. Hojii ijaarsa irratti muuxannoo akka waljijjiiran xxxxx ni mijeessa.
14. Karoora hojii adeemsichaa akkata labsi gamootiin qopheessuu fi qindeessuu, Damee beeksisuu, Gabaasa hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa.
15. Hojiiwwan karoorfaman akkata labsi gamootiin galma akka ga’an leecaaloon barbaachisan akka ramadamuu /guutaman taasisuu.
3.2. Xxxxx Mirkaneessaa Diizaaynii gamoowwanii
Xxxxx Xxxxx Akka gree Kanaatti Raawwataman
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa maggalatti Gaaffii heyyama ijaarsaa, Mirkaneessa fi fooyya’insaa qophaa’anii dhiyyatan gamagamuu hojjetaman hundaa, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa heeyama ijaarsa ni xxxxx
2. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa
✓ Gamaaggama Dizaayinii Arkiteektii
✓ Gamaaggama Dizaayinii istraakcharaa.
✓ Gamaaggama Dizaayinii Eleektrikaa.
✓ Gamaaggama Dizaayinii saanitarii.
✓ Gamaaggama Dizaayinii makanikala (elektro-makanikala) xinxaluu fi mirkaneessuu
✓ Gamaaggama pilaanii balaa ibida (Fire protection plan) baka barbachissutii
3. Gabaassa yeroo yerrotti desk shumii gamoo magaalatiif ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa desk shumii gamoo magaalitiin keennameef ni rawwata
3.3. Xxxxx Hordoffii fi to’annoo gamoowwanii
Xxxxx Xxxxx Akka xxxxx Kanaatti Raawwataman
1. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan sadarkaa Magaalatti hojjetaman hundaa, akkata dizaayyintiin sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni hordofa, ni to’ata; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa desk shumii gamoo magaalatiif ni dhiyeessa.
2. Gabaasa gorsaa ni xinxalaa; Xinxala gabaasuu fi duub-deebii kennuu
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa.
4. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan akka hordofaamuu ni tasissa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada fuurmaataa ni dhiyeessa.
5. Kaffaltii pirojeektoota ijaarsa gamoowwan mootumaa ni mirkaneessa; rakkina yoo qabatee furmaataf xxxxx ni mijeessa.
6. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoowwanii ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
7. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxx xxxx’xxxxxx yookiin jijjiramaa ta’een hojjatamuu isaa ni to’ata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa
8. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
9. Gabaassa yeroo yerrotti desk shumii gaoo magaalatii ni gabaasa.
10. Hojii dabalataa karaa desk shumii magaalatiin keennameef ni rawwata
3.4. Xxxxx qulquleessa raga qabiyyee fi walsimsisa pilaanii magaala
Xxxxx Xxxxx Akka xxxxx Kanaatti Raawwataman
1. Iyyannoo gaaffii walii-galtee pilaanii, heyyama ijaarsaa,haaromsaa,fooyya’insaa fi eeyyama itti fayyadamaa simachuu fi xxxxxx xxxxx
2. Ragaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkaneessuu
3. Ragaa walsimsiisa pilaanii magaala Qulqulleessuu
4. Ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun ni mirkneessa;
5. walii-galtee pilaanii, heyyama ijaarsaa,haaromsaa,fooyya’insaa fi eeyyama itti fayyadamaa xxxxx xxxxx
3.5. Gahee hoggana desk shumii gamoo magaala
1. Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoowwan sadarkaa Magaalatti hojjetamu hundaa, (gamoowwan mootummaa fi dhunfaa), akkata labsi fi dambi gamootiin sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni mirkaneessa, waliigalteewwan hojii dizaayinii fi ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; raawwii isaa ni hordofa, ni to’ata yoo rakkina qabatee akka sireefamuu ni xxxxxxx)
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, pirojeektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata ni xxxxx yookin furmaata akka argatan xxxxx ni mijeessa
3. Ijaarsa pirojeektoota gamoowwan akka hordofamuu ni taasisa; rawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun akkata labsi fi danmbi gamootiin fuurmataa ni yookin gabasa fi yaada fuurmaataa ni dhiyeessa.
4. Kaffaltiin rakkina yoo qabatee furmaatni akka kennamuuf xxxxx ni mijeessa.
5. Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsota gamoo ilaalchisee to’annoo akka gaggeeffamu ni taasisa, gabaasa dhiyaatu xiinxalee yoo rakkoo qabaate tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
6. Dizaayinoota gorsitootaan hojjataman ni mirkaneessa; hordoffii fi to’annoo hojiiwwan ijaarsa akka gaggeeffamu ni taasisa; kaffaltiiwwan ni mirkaneessa.
7. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa.
8. Hojiiwwan hojjataman xxxxx karooraatiin akka raawwatamu ni hordofa, ni gamaggamaa, ni to’ata, Gabaasa ni qoopheessa.
9. Hojii ijaarsa irratti muuxannoo akka waljijjiiran xxxxx ni mijeessa.
10. Hojiiwwan karoorfaman galma akka ga’an leecaaloon barbaachisan akka ramadamuu /guutaman taasisuu.
11. Karoora hojii adeemsichaa qopheessuu fi qindeessuu, Damee beeksisuu, Gabaasa hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa
3.6. Xxxxx Xxxxx xxxxx mijeessituu
1. Xalayoota abbaa dhimmaatin dhiyaatu galmeessuun yeroo gabaabaa keessatti hojjataa dhimma isaa ilaaluuf dabarsuu.
2. Raawwii hojiitiif barreeffama qophaa’u yeroo gabaabaa keessatti barreessun kennuu,
3. Gabaasa raawwii hojiitiif yeroo yeroon qophaa’u galmee keessatti qabamee akka taa’u gochuu fi yeroo barbaadamu dhiyeessuu.
4. Abbootii dhimmaa tajaajila adda addaatiif dhufan dhimma tajaajilamuu barbaadan gaafachuun gara dhimmi ilaalutti dabarsuu ykn odeeffannoo barbaachisu kennu.
5. Xalayoota galii fi bahii ta’an galmeen qabameen gara dhimmi ilaalutti akka ergamu taasisuu.
6. Informeeshinii bilblaan gaafatamuu gara barbaadamutti akka darbu taasisuu ykn deebii kennuu.
7. Meshaalee dhumaa raawwii hojii adeemsaaf barbaachisu tarreessuun akka dhiyaatu taasisuu fi yammuu dhiyaatu hojjataaf raabsuu
8. Hojilee dabalataa abbaa adeemsa hojiitiin kennamu raawwachuu
3.7. Gahee ogeessa pilaanera Magaalaa
1. Diizaayiniiwwan pirojeektoota ijaarsa gamoowwan hojjetaman nageenya naannoo fi hawaasaa irratti miidhaa kan hin geessisnee ta’uu isaa qaama aangoo qabuun mirkana’uu isaa ni qulquleessa,
✓ Ragaa qabiyyee qulqulleessuu fi mirkaneessuu
✓ Ragaa walsimsiisa pilaanii magaala Qulqulleessuu
2. ittifayyadama pilaanii waliin kan walsimatu ta’uu isaanii ilaaluun ni mirkneessa;
3. Xiinxala bu’aa qabeessummaa piroojektoota hawaaasummaa gara garaa seera qabeessa ta’een itti gaafatamummaa agarsiisu dursaa mirkanaa’uu isaa ni qulquleessa.
3.8. Gahee ogeessa Arkitekiicher
1. Arikiteecharaalii Dizaayinoota pirojeektoota ijaarsa gamoo Floor Planii, sekishin planii, eliveeshin planii, diteel planii fi sayit planii istandardii, sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala, ni mirkaneessa
2. Jijjiirama hojii Arikiteecharaalii Dizaayinoota xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Dizaayinoota arkiteekcharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
3.9. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Istiraakcharaa
1. Dizaayinoota istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxxxx dizaayinii isaa ni foyyeessa, ni mirkaneessa.
3. Dizaayinoota straakicharaalii gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa wajiraa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
3.10. Xxxxx Xxxxxxx Injiinara Elektiriikaa
1. Dizaayinoota Elektiriikaa istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinoota Elektiriikaa xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
3.11. Gahee hojii Injinara Makaanikaalii
1. Dizaayinoota makaanikaalaa istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa,
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinoota makaanikaalaa xxx xxxxxxxx dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
3.12. Gahee hojii Injinara Saniitarii
1. Dizaayinoota Saniitarii istraakcheroota pirojeektoota ijaarsa gamoo sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xinxala; ni mirkaneessa
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii dizaayinii Saniitarii yoo jiraatee dizaayinii isaa foyyaa’uu ni xiinxala, sirrummaa isaas ni mirkaneessa.
3. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
4. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
3.13. Gahee hojii Injinara To’annoo Ijaarsaa
1. Ijaarsawwan gamoo gaggeeffaman dizaayinii fi walii galtee eeggatanii hojjatamuu isaanii ni to’ata; xxx xxxxxx qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
2. Gabaasa raawwii hojii gorsitoota ni qorata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxxxxx xxxx’xxxxxx yookiin jijjiramaa ta’een hojjatamuu isaa ni to’ata; yoo rakkoo qabaate akka sirreeffamu ni taasisa.
4. Walharkaa fuudhiinsa ijaarsa gamoo ilaalchisee to’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreefamaas ni fudhata.
5. Hojii ijaarsaa gamoowwaniin walqabateen nageenya hojjatootaa fi naannoon hojii mija’aa ta’uu isaa ni hordofa ni to’ata yoo rakkoo qabaate akka sirrefamu ni taasisa.
6. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
7. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
3.14. Gahee hojii kuantitii sarveeyarii
1. Tilmaama gatii ijaarsa gamoo ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
2. Dokumaantii ispeesifikeshiinii pirojeektoota ijaarsa gamoo ni xiinxala, sirrummaa isaa ni mirkaneessa.
3. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaattif, gatii dabalata dhiyaate xiinxaluun mirkaneessa.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
5. Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata
3.15. Gahee hojii Sarveeyeraa
1. Ragaa sarveeyingiii funaanamee dhiyaaten iinxaluun mirkaneessa.
2. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa xxx xxxxxxxx xxxxx xxxxxxxxxxxx isaa ni hojjeta.
3. Autocading hojii sarveeyingiin wal qabatu ni hojjata.
4. Gabaassa yeroo yerrotti ni gabaasa.
Hojii dabalataa karaa adeemssa hojiitiin keennameef ni rawwata.
Hojiiwwaan adeemsichaa fi Qaama raawwatu
lakk | Hojiiwwan raawwataman | Qaama raawwatu | Iddoo itti raawwatamu | Yeroo fudhatu (Guyya) | ||||
Sadarhk Ramadii gamoo | ||||||||
A | B | C | ||||||
1. | Iyyannoo gaaffii heyyama ijaarsaa simachuu | xxxxx mijessituu | Naannoo, Godinaalee fi magaaloota | Daqiiqaa 5 | ||||
2. | Raga barbaadamuu gutuu issa mirkaneessudhaan Abbaa Adeemsaa dhiyyessuu | xxxxx mijessituu | Naannoo, Godinaalee fi magaaloota | Daqiiqaa 15 | ||||
3. | kafaltii tajaajilaa rawwachuu | Abbaa Adeemsaa | Naannoo, Godinaalee fi magaaloota | |||||
4. | Iyyannoo dhiyaate xiinxalaniif qajeelchuu | ogeessota | Abbaa Adeemsaa | Naannoo, Godinaalee fi magaaloota | Daqiiqaa 10 | |||
5. | Ragaa qabiyyee fi walsimsiisa plaanii qulqullayee dhiyaate mirkaneessuu | Qindeessaa Pilaanii fi Qabiyyee lafaa. | Waliigaltee dhimma | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | Sa’aa 1 | ||
6. | Ragaa qabiyyee fi walsimsiisa plaanii dhiyaate qulqulleessuu | Raawwatoota dhimma Waliigaltee plaanii fi Qabiyyee Qulqulleessu | Naannoo, Godinaalee fi magaaloota | Sa’aa 1 | ||||
7. | Ragaa Serveeyingii mirkaneessuu | Xxxxxxxxxx | Xxxxxxx, Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 2 | 2 | |
8. | Dizaayinii arkitekcheraa xinxaluu fi mirkaneessuu | gamagama .Arkiteektii | Pilaanii | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | 2 | 3 | 5 |
9. | Dizaayinii straakcheraa xinxaluu fi mirkaneessuu | Ing.Istiraakcharaa | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 2 | 3 | |
10. | Dizaayinii elektrikaa xinxaluu fi | Ing.Eleektirikaa | Naannoo, Godinaalee | fi | Sa’aa 6 | 2 |
mirkaneessuu | magaaloota | 1 | ||||||
11. | Dizaayinii saanitarii xinxaluu fi mirkaneessuu | Ing.Saniitarii | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | Sa’aa 6 | 1 | 2 | |
12. | Dizaayinii makanikala (elektro- makanikala) xinxaluu fi mirkaneessuu | Ing. Mekaninaalaa | Naannoo | - | - | 1 | ||
13. | pilaanii balaa ibida (Fire protection plan ) baka barbachissutii | Naannoo | - | - | 1 | |||
14. | Ispesifikeshiinii Mirkaneessuu | Kuwaantiitii serveyerii | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 1 | 2 | |
15. | Pilaaniiwwan gamagamamanii dhiyaate mirkaneessuu | Abbaa Adeemsaa | Naannoo, Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 2 | 3 | |
16. | Raga hayyama ijaarsaa kennuu | Mana galmee | Godinaalee magaaloota | fi | Daqiiqaa 15 | Daqiiqaa 15 | Daqiiqaa 15 | |
17. | hordofuu fi too’achuu Hojii ijaarsaa | Xxxxx Hordoffi To’annoo Ijaarsa | fi | Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 1 | 2 |
18. | Gamagamama fi walarkafudhinsa gamoo xumuramee rawwachissuu | Xxxxx Xxxxxxxx To’xxxxx Ijaarsa | fi | Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 1 | 2 |
19. | Heyyama Xxxx Xxxxxxxxxxxxx | Qindeessaa To’annoo Ijaarsaa fi Heyyama Xxxx Xxxxxxxxxxxxx | Godinaalee magaaloota | fi | 1 | 1 | 1 | |
Idama | Guyya 9 sa’aattii 4 fi daqiiqqaa 45 | Guyya 13 sa’aattii 2 fi daqiiqqaa 45 | Guyya 20 sa’aattii 2 fi daqiiqqaa 45 |
Fakkii;-Yaa’insa adeemsa hojii Ijoo Mirkaneessa Dizaayinii fi To’annoo Ijaarsa Gamoowwanii
Diizayiniiwwan eeyyamaman
Walii-galtee pilaanii fi diizaayonoota dhiyaatan
Xxxxxx Xxxxxxxx
Ragaa qabiyyee fi pilaanii magaala dhiyaate qulqullessuu.
Xxxxx diizayinii eeyyamameen ijaarsa calqabsiisuu
Diizaayonoota qopha’anni dhiyaatan simachuudhan xxxxx gamagama dizaayiniiti dabarsuu.
Adeemsa caalbaasii fi kanfaltii mirkaneessu
Iyyataa fi ragaa dhufe simachuudhan xxxxx qulqulleessutti dabarsuu.
Walii-galtee pilaanii kennuu.
Hordoffii fi
to’anno ijaarsa gamoowwanii
Diizayiniiwwan Gamagamuu
Diizayiniiwwan mirkaneessuu fi eeyyamama ijaarsa kennuu
Xxxxxxx itti fayyadama gamoo kennuu.
Ijaarsa Gamoo sadarkaa eeggate hojatame.